Hiika Jechoota Kompiwuteraa

Jechoota Kompiiteraa ykn Afaan Kompiitera


Download Now

Afaan Oromoo jabeessuuf kara hundaan deemuun barbaachisaadha jedheen amana. Afaan Oromoo akka baal’inaa fi guddina dubbatootaan isaa fayyadamaa miti. 

Fakkeenyaaf, gama teeknoloojii afaaniin (Language Technology) yoo ilaallee akka qorannoottis ta’e itti fayyadama teeknoloojiin, Afaan Oromoo akka baal’inaa fi guddina dubbatootaan isaa fayyadamaa miti. Kannaaf, Afaan Keenyaan Jechoota Kompiiteraa kana fayyadamuun.

Kanaaf, namootni teeknoloojii hundi gama hundaan waan of-harkaa qabu gumaachuun dirqama (available gochuu irraa ka’uun gaariidha). 

App-iin kun, jechoota Kompiiteraa Afaan Ingilizii gara Afaan Oromootti isiniif jijjiira. 

Kun immoo barreefamootaa fi hoojiilee keessan keessatti jechoota keenyaan akka fayyadamtanii saba bal’aan geessan isin gargaara. Hiikkaan jechoota kanaa tarii sirrii miti ta’uu mala, garuu jalqabbiif gaarii dha.


Download Now

Maddi Jechootakoo, galmee Oroict irraati

About The Author