Alhawwaasummaa / Anti socialism
Dhibeen Alhawwaasummaa kan akkaa hawaasa keessatti itti gaafatamuummaa dhabuu, miiraa dhabummaa fi balleessummaan namatti dhaga’amuu dhabuuti kan ibsamu ta’ee umurii ijoollummaa ykn jalaqaba dardarummaa irraa […]

Urdii ykn keelloo fakkaachuu qaama daa’ima kichuu, kan inni uumamu yeroo hammi keemikaala bilirubin jedhamu seelii dhiiga mucaa sana keessa jiru hammi isaa baayatu ykn
Gogiinsa garaa kara science ibsuuf yaali godhameen hiika kana kan jedhamu kan hinargamaniif ta’u mala sababiin isaas, namoota adda addaaf hiika addaa qabaachuu mala. Fakkeenyaaf
Dhukkubni Kintaarotii (HEMORROIDS/BAASUR) dhibee yeroo hiddootni hudduu/munnee/Xiixxuu keessatti argaman dhiita’an fi mada’aan nutti dhufudha. wantoota kintaarootiin akka nutti dhufuf sababa ta’an keessa: 1. Hiddi dhiigaa