YouTube irraa galii argachuu

Bara dijitaalaa kana keessa karaaleen online galii argatan hedduun akka jiran beekamaaadha. Galii argachuu gaafan jedhu hojii hojjechuun jechuu kiyya....
Read More

Google AdSense Beektaa?

Yeroo hedduu content erga hojjennee booda qaama (dhaabbata) beeksisa nu hojjechiisu argachuun rakkiisaadha. Keessuma bara TikTok kana keessa. Google AdSense...
Read More
Google AdSense Beektaa?

YouTube Partner Program (YPP) Maali?

Chaanaaliin keessan YouTube Partner Program (YPP) eegale jechuun, YouTube waliin biiznesii hojjechuuuf walii gale jechuudha. Biiznasii beeksisaa fi kanneen muraasnis...
Read More
YouTube Partner Program (YPP) Maali?

Latin to Fidel – User Manual

If you have difficulty typing Ge’ez Fidels fast, this app is for you. Latin to Fidel App lets you type...
Read More
Latin to Fidel – User Manual

Konkolaataa of danda’e adeemu | Self-driving car

Guyyaa uummame yookan gara dachii kanaatti dhufe irraa kaasee ilmi namaa jiruu guyyuu isaa itti fufsiisuuf jecha argannoowwan haaraa yaaluu...
Read More
Konkolaataa of danda’e adeemu | Self-driving car

TikTok Effect – akkaamiin uumna?

Addunyaa TikTok gubbaarra waantota nama bashannansiisanii fi ergaa dabarsan keessa inni guddaan TikTok Effect dha. Effect gosa heedduuti jira, uumuudhaafis...
Read More
TikTok Effect – akkaamiin uumna?

Poe Software

Poe Software - software (mosaajiin) kun mosaajiilee bifa application mobaayilaa, website (marsariitii) fi deesktoopiin kan dhihaate yeroo ta'u, faayidaan isaas fayyadamtootni...
Read More
Poe Software

Bitcoin eenyu uume

Gaaffiin 'Bitcoin eenyu uume' jedhu kun google irratti yeroo hedduu kan gaafatamu yeroo ta'u, kan nama ajaa'ibu garuu deebiin isaa...
Read More
Bitcoin eenyu uume

Saayinsii fi Teeknoloojii

Namootnii fi dhaabbatootni hedduun jechoota saayinsii fi teeknoloojii jedhaman kanneen bakka wal-buusuun itti fayyadamuun beekamaadha. Rakkoo qabaachuu batus garuu, walitti...
Read More
Saayinsii fi Teeknoloojii

Alhawwaasummaa / Anti socialism

Dhibeen Alhawwaasummaa kan akkaa hawaasa keessatti itti gaafatamuummaa dhabuu, miiraa dhabummaa fi balleessummaan namatti dhaga'amuu dhabuuti kan ibsamu ta'ee umurii...
Read More
Alhawwaasummaa / Anti socialism